23 Askartiini Yeso fannimnaani woya isaa fuute fulla afuriti toko tokooni gargari qoodate, ammalle ubaara isaale ka hod'a inqamne fuud'ani.
Yesoni waan jed'e, Aabbo, worra kana araarami, waan tolchu jirani imbeekhani. Woya isaa hit'a buufatani qoodatani.
Jennaani maskali irati isa fannisani, woya isaa qoodatani, hit'a buufatani, waan namu argatu ilaalani.
Mukhati fannisani, woya isaa hit'a buufatani, gargari qoodatani,
Qamnaani mana hid'aansa keesa kaye, harka askarti kud'ani jaati kenne, aka afuri afuriini isa tissani. Eegi jilti Pasaka dabarte, inni biyya durati isa baasu fed'e.
Fulla maatani keeyatani iti tolchi, fulla suni tirisa d'ai, aka intarsaane.