Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 19:15 - KITAABA WAAQA

15 Worri ch'aare waan jed'e, Armaa fuud'i, Armaa fuud'i, olfannisi! Pilatoni, Hayyu keesani olfannisa? jed'e worra gaafate. Qaaloleeni gugurdooni waan jetteeni, Nu hayyu d'ibi inqamnu, Kaisari male!

Gade chapit la Kopi




Yohana 19:15
9 Referans Kwoze  

Ammo gumiini ch'ufti ch'aarte waan jette, Nama kana nuraa balleesi, Baraba nu hiikhi.


Haga inni dubbi tana jed'u ch'ufa ch'aqasani jennaani qonqo olfud'atani waan jed'ani, nama kana lafa tana keesa balleesa jiraachu himmalle.


Gumiini guddooni isa gula yaate, Isa ijeesa jette iyite.


Qaalole gugurdofi askartiini isa arginaani ch'aarte waan jette, Olfannisi! Olfannisi! Pilatoni waan jed'eeni, Isanumaani fuud'a, olfannisa. Anini waan hamtu isa irati ingarre.


Ororooni inni namaani fidu harkaa imbuutu, lichooni hayyumaa worra isaa keesaa imbaatu, haga abbaani damoosa baasanifi d'ufe isa durati gajed'ani saalfatanifiiti.


Pilatoni waan jed'e, Isanumaani fuud'a, aada teesani gula qora. Yahudiini waan jetteeni, Aki nu nama ijeemnu fullaaniti.


Me, herega kanke nuti himi. Aki gibira hayyu Rumiti baasani fullaa mo fullaaniti?


Ato waan inni duu maleefi d'abanile, aka isa ijeesani Pilato kad'atani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite