Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 19:12 - KITAABA WAAQA

12 Waan kanaafi Pilatoni isa gad'iisu fed'e, ammo Yahudiini ch'aarte waan jette, Yo nama kana gad'iifte atini jaala Kaisaritiiniti! Nami hayyu ufi tolchu ch'ufti nyaapa Kaisari.

Gade chapit la Kopi




Yohana 19:12
9 Referans Kwoze  

Ammo hayyichi waan nani jed'e, Anini gosa teenna ta qara worra Babiloniti harka kennate sodaad'a. Hegeri harka worra suniti na kennani na gaargalchani.


Me, herega kanke nuti himi. Aki gibira hayyu Rumiti baasani fullaa mo fullaaniti?


Amma waan nu finna kanke jala jiruufi, ee hayyicha, nu waan akana kana argu infeenu; tanaafi wonti nu amma siraa feenu,


Pilatoni waan jed'eeni, Waan t'aafe yayu t'aafe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite