22 Akasi jennaani askartiini isa bira ejitu toko Yeso d'abanaafte waan jetteeni, Ati akami qaallicha guddati akana dubbatta?
Hayyu Yahudi, Lubbuuni tante ha d'eeratuuti! jette d'abanaafte.
Nami gari hanch'ufa iti tufe, ila qabani, d'abanaasani waan jed'aniini, Fagi! Hojattuleeni tontomooni isa d'aante.
Tanaafi Yudani askartiifi hojattu Mana Waaqa ta qaalole gugurdofi Farisayooni ergite, ta ifse heddufi miha lolatiini yaatu, guure gara oobru suni d'aqe.
Isani worri Yerusalemu, duula keesani wolti baasa! Ya marsani nu had'ani! Hayyu Israelile ya d'abanaasani!
nama yaame, Namicha kana d'aana, d'aatu fullo Benjamini ta Mana Waaqatini olisenaniti jabeesa hid'a jed'e.
Biyyiti na goyeesite, na marsite, fuula keesa na d'oofti.
Maafi na gaafatta? Nama waan anini namaani jed'e d'agaye gaafad'u; worri waan ani jed'e imbeekha.