21 Maafi na gaafatta? Nama waan anini namaani jed'e d'agaye gaafad'u; worri waan ani jed'e imbeekha.
Yo atini Kristo taate, nuti himi. Ammo inni waan worraani jed'e, Yo anini isaniti himele ind'ugefattani.
Yesoni waan jed'eeni, Anini diideese nama ch'ufaati dubbad'e, anini guyya ch'ufa maneeni Waaqa iti kad'ataniifi Mana Waaqa gudda keesaleti fulla Yahudiini iti wolwoldeetuti barsiise, d'ossaani woma indubbanne.
Akasi jennaani askartiini isa bira ejitu toko Yeso d'abanaafte waan jetteeni, Ati akami qaallicha guddati akana dubbatta?