Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 17:20 - KITAABA WAAQA

20 Anini worraa ch'allaa inkad'ad'u, ammo nama maro dubbi worraatiifi na d'ugefatu ch'ufale kad'ad'a.

Gade chapit la Kopi




Yohana 17:20
10 Referans Kwoze  

Nami hedduuni dubbi isaa d'ugefate batifame, nami haga kunki sadi gumiti darame.


Taatule nami dubbi suni d'agaye hedduuni d'ugefate; nami d'iira ka d'ugefate haga kunki shani.


Isati wo namaa kenne; nama gari ergattu tolche, ka gari raaga tolche, ka gari odeesitu dubbi tolche, ka gari tissitu tolche, ka gari barsiiftu tolche.


Ammo amma waan d'ossani suni ya mullisani t'aafi raagoota gula; ammalle seera Waaqa ka haga jiru jireenna tau gula ya gosa ch'ufa beesisani, aka nami ch'ufti d'ugefate ch'aqasu.


Gara Timotheo, ilma ani jaalad'u: Waaqa Abbaafi Kristo Yesoni, Aabbooni keenna, eebafi naasufi nagaya sii kenninna.


Anini hooliye d'ibi qaba, ta moona tana intahiini; isiile d'ufuuni male; isiini qonqo tiyya ch'aqafte ch'iisa toko taati, tissituleeni toko.


Maro worraatiifi anini ufi qulqulleesa, aka worri d'ugaani qulqullau.


Wonti ani kad'ad'u, aka worri ch'ufti takaa tahu, akuma Aabbo, atini na keesa jirtu, anileeni si keesa jiru, aka akasuma worrileeni nu keesa jiraatu. Ammalle aka nami lafa, aka atini na ergite d'ugefatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite