Yohana 16:17 - KITAABA WAAQA17 Jennaani jari isaa ka gari waan woliini jed'e, Wonti inni nuuni jed'u kunini maani? Inni, eegi bulti diqo na inargitani jed'a ammalle eegi bulti diqo deebitani na agartani nuuni jed'a, inni ammalle, waan anini gara Abbaa d'aqa jed'eefi akasi jed'e? Gade chapit la |