Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 16:15 - KITAABA WAAQA

15 Wonti Aabbooni qabu ch'ufti tiyya; tanaafi anini, isiini waan kiyya fuute isani agarsiifti isaniini jed'a.

Gade chapit la Kopi




Yohana 16:15
12 Referans Kwoze  

Wonti kiyya ch'ufti keti, wonti kankeleeni kiyya; guddinni kiyya worra keesa mullata.


Abbaani Ilma jaalate waan ch'ufa harka isati kenne.


Waan ch'ufa Aabbooni ya harka kiyyati kenne. Abba male, nami Ilma beekhu injiru, ammalle nami Abba beekhu injiru, Ilmaafi nama inni iti mullisu fed'u male.


Maro fed'i Waaqaatiifi Ilmi qit'ooma Waaqaa ufi keesaa qaba.


Abbaani kiyya yayu waan ch'ufa nati kenne: nami tokoleeni ka Ilma beekhu injiru Abba male, ammalle ka Abba beekhu injiru Ilmaafi nama Ilmi garsiisu fed'u male.


Yesoni worrati d'iaate waan jed'eeni: Jabeenna ch'ufa, ka lafafi gubbale, ya nati kennani.


Yesoni aka Abbaani waan ch'ufa harka isaa keesa kaye, ammalle aka inni gara Waaqaati bahe Waaqati deebiu beennaani,


Wonti akanatiifi qit'oomi Waaqa ch'ufti nafuma Kristo keesa jira,


Atini humna nama ch'ufa ira ya isaa kennite, aka inni nama ch'ufa ka atini isaa kennite jireenna hegeri kennuufi.


Isati qalibifi herega Waaqa ka d'ossani, namaa mullisa.


Nami seera kiyya fud'ate guutu na jaalata. Nama na jaalatu Abbaani kiyyaleeni injaalata; anileeni isa jaalad'e isa ufi beesisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite