17 Inni Lubbu d'uga, ka nami lafa dandae inarganne, waan isa ingarre yokhaani isa imbeenneefi. Ammo isani imbeetani, waan inni isani woliini tae, isani keesa haga hegeri tauufi.
Nami gurra qabu waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini sagale manna jed'ani ta d'ossani kennaafi. Ammalle ch'abbi adi ta maqa hareesa irati t'aafani, ka nama argatu male nami d'ibiini imbeenne kennaafi.