Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 13:33 - KITAABA WAAQA

33 Ijoolle tiyya, nu haga diqa woliini jira. Isani na barbaadani, ammalle akuma anini qara Yahudiini jed'e amma isanileeni jed'a, fulla anini deemu isani dandeetani ind'uftani.

Gade chapit la Kopi




Yohana 13:33
13 Referans Kwoze  

Ijoolle tiyya, anini waan kana isanii t'aafa, aka isani daba intolchine; ammo yo nami daba tolche, nu Yeso Kristo ka d'uga qamna, ka Abba nu kad'atu.


Eegi bulti diqo nami lafa deebie na inargu, ammo isani na agartani, waan anini jiruufi isanileeni injiraattani.


Ijoolle tiyya, waaqoota d'ara lagad'a!


Ammo ijoolle tiyya, isani ka Waaqaati, raagoota d'ara ya dabsattani; wonti akanatiifi Lubbuuni isani keesa jirtu lubbu worra lafa keesa jiru ira jabdu.


Ijoolle tiyya, akuma haati nama d'altu ch'ininfatte d'ukubsattu, anileeni isanifi d'ukubsad'a, haga Kristoni isani keesati uumamuuti.


Dubbini inni, Na barbaaddani ammo na inargitani, ammalle fulla ani jiru isani dandeetani ind'uftani jed'e tuni maani?


Simoni Petroni waan jed'eeni, Aabbo, eesa deemta re? Yesoni waan jed'eeni, Fulla ani deemu dandeete amma na gula ind'uftu; ammo eegi tana na gula d'ufta.


Mana Abba kiyya keesa fulla hedduti jira, yo injirre sila isaniti hima. Anini deeme fulla isanii mid'aasa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite