Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 13:32 - KITAABA WAAQA

32 Yo guddinni Waaqa isa keesa mullate, yoosi Waaqumati guddinna Ilma Nama mullisa, ammalle hurrise mullisa.

Gade chapit la Kopi




Yohana 13:32
12 Referans Kwoze  

Waan Waaqi abaare tokole dira suni keesati inargani. Barch'umaani Waaqatiifi ka Ilme Hoola dira keesa jira, hojattuuni isaa isa guddifti.


Malaikaani ammalle galaana bisaani jireenna naa garsiifte, ka guddo bibiliqu, ka fulla barch'uma guddinna Waaqatiifi Ilme Hoolati d'ufe.


Yesoni dubbi tana jennaani gubba olmillate waan jed'e, Aabbo, hojjaani ya geete. Ilma kanke guddisi, aka Ilmi si guddisu.


Yesoni waan jed'eeni, Guyyaani Ilmi Nama guddinna argatu ya d'ufe.


Anini Alfafi Omega, ka qaratiifi ka eegee, iti keyachafi muumme.


Nama dabsatu anini d'awatu tiyya barch'uma kiyya ira teesisa, akuma anini dabsad'e amma Aabbo woliini barch'uma isaa ka guddinna ira tau.


ka gubbati oldeebie harka Waaqa ka mirga tae, malaikafi jabeennaafi humna gubba jiru ch'ufa fidu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite