Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 13:30 - KITAABA WAAQA

30 Jennaani inni qit'a suni fud'annaani hojuma suni alati bahe. Yo suni lafti halkani.

Gade chapit la Kopi




Yohana 13:30
6 Referans Kwoze  

Isani hojja ch'ufa hameenna malattani waan suni harifatani tolchu feetani. Isani nama woma iyyakini d'iiga jissitani, fulla yaatani ch'ufati nama gaargalchitani balleesitani.


Kurfo jirani aka nama madeesani ijeesani.


Guyya ch'ufa nu Mana Waaqa keesa woliini jirra, harkaani na intunne. Ammo hojjaani tuni teesani, ammalle ta jabeenna dukanaati.


Nami ch'ubbu haga waan hamtu tolchuti imbulu, haga nama woi tolchuti hiribi inqabu.


Yesoni waan jed'eeni, Nami anini qit'a kana ch'abse fuutooni tuqe iti kennu sunuma. Duuba inni qit'a fuud'e, fuutooni tuqe Yuda Iskarioteti kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite