26 Yesoni waan jed'eeni, Nami anini qit'a kana ch'abse fuutooni tuqe iti kennu sunuma. Duuba inni qit'a fuud'e, fuutooni tuqe Yuda Iskarioteti kenne.
Yesoni waan jed'e, Nama qit'a qori keesa naa woliini tuqate nyaachu jiruti na gurgurata.
Ammo ilaala! Harki nama na gurguru ana woliini jira mesa kana gubba!
Jennaani inni qit'a suni fud'annaani hojuma suni alati bahe. Yo suni lafti halkani.
Simoni, nama lafa ufi jabeesufi Yuda Iskariote, ka Yeso gurgure.
Jennaani nami Yeso toko ka Yuda Iskariote jed'ani gara qaalole gugurdo d'aqe