25 Inni, ato qoma Yesoti hirkatu, waan jed'eeni, Aabbo, nami ati baantu suni eennu?
Petroni garagale namicha Yesoni jaalatu ka Yeso gula deemu arge. (Namicha suni ka gaafa guyya eege Yesoni sagale jara ergattu isaa woliini nyaate, bobaa Yesoti hirkate Aabbo, eennu ka si gurguru? jed'e gaafate.)
Jennaani hayyuuni Ahasueroni waan hayyitiini jed'e, Eenu nami waan akana kana tolchu fed'u? Inni meeti?
Simoni Petro harkaani isa yaame waan jed'eeni, Nama inni baanu eennu? Gaafad'u me.