Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 13:24 - KITAABA WAAQA

24 Simoni Petro harkaani isa yaame waan jed'eeni, Nama inni baanu eennu? Gaafad'u me.

Gade chapit la Kopi




Yohana 13:24
7 Referans Kwoze  

Inni ee jennaani, Pauloni afaani balbala eje harkaani biyya ch'allisiise. Worri ch'allimnaani, inni afaani Ebraniatiini worrati dubbate waan jed'eeni:


Jennaani Pauloni olkae, harka olfud'ate waan biyyaani jed'e. D'iiro, worra Israelitiifi gosa d'ibile ta Waaqa d'ugefattu, na ch'aqasa!


Ammo inni harkaani akheekhe, Ch'allisa jed'eeni; duuba aka Aabbooni hid'aansa keesaa isa baase worrati hime. Ammalle waan worraani jed'e, Beena, waan kana Yakobofi oboleyaani taaniti hima. Inni duuba ufi kae gara d'ibi d'aqe.


Wahela worraa ka hobolo d'ibi keesa jiru harkaani yaamani, Nu qarqaara jed'aniini. Worri d'ufe hobolo lachu qurt'umiini guute hobolooni diquma illit'iini.


Inni gabaanaani dubbachu dad'abe, aka inni Mana keesati daayya arge beekhani. Dubbachu dad'abe jennaani harka dadarbe.


Jara isaa keesa nami toko, ka Yesoni jaalate, bobaa Yesoti hirkate tau jira.


Inni, ato qoma Yesoti hirkatu, waan jed'eeni, Aabbo, nami ati baantu suni eennu?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite