Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 13:10 - KITAABA WAAQA

10 Yesoni waan jed'eeni, Nami nafa d'iqate waan iti deebie d'iqatuufi inqabu, miila male, inni ya qulqullae. Isani ch'ufti qulqullo, toko male.

Gade chapit la Kopi




Yohana 13:10
23 Referans Kwoze  

Isani qara la qulqullooftani, maro dubbi anini isaniti hime suniifi.


Yo nami Kristoni taka tahe inni uumama haraa: wonti dullatiini ya dabarte, hareetiini ya d'ufte.


Kakhu tana ch'ufa nuu khakhatani, jaalaani tiyya! Tanaafi waan nafafi lubbu t'ureesa laganna, qulqulloomne soda Waaqaa keesa tau malle.


Kristoni daba inqabu, ammo Waaqi maro teennaafi isaa daba tolche aka nu maro Kristotiifi d'uga Waaqa argannu.


Nami waan suni gubuleeni ha ato ollati indeebiini woya miich'ate nafa d'iqatu.


Namichi korbeesa kaani lafa aloo gara Azazeli gusse, ha woya miich'ate nafa d'iqatu, ato ollatu indeebiini.


Nuuni ch'ufti wollaala heddu tolchina. Nami, waan jed'u keesati, wollaala intolchine qit'e jira, dandae nafa ufi ch'ufa qorqorata.


Wonti kunini waan nyaataniifi waan d'uganiifi aada qulqulleesa ch'alla. Tunini ch'ufti seera alaati, ta haga Waaqi waan ch'ufa garagalche imid'aasiini ch'alla jirtu.


Waaqi nagaya nuu kennu, ka is isaa isani tolfatiinna, lubbufi onneefi nafa keesani wollaala ira d'owiina, gaafa Aabbo Yeso Kristoni d'ufu.


ch'ubbu teenna nuu araarami, akuma nuleeni nama nuti ch'ubbame araaramnu.


hojja guyyaani sunini gahu, Israeli keesati ch'ubbu tokole inargani, Yuda keesale hameenni injiru; wonti akanatiifi anini worra hambise kana ch'ubbu isani inaraaramafi, nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Atini akami woliigalte mid'aade, bad'aaso tiyya!


Lafa ira nami tokoleeni, ka hojja ch'ufa d'uga tolche wollaala inqamne, injiru.


Simoni Petroni waan jed'eeni, Miila ch'allaaniti, ammo harkafi matale na d'iqi.


Anini isani ch'ufa imbaanu; nama anini fohad'e imbeekha. Ammo t'aafiini ta, Nami na woliini qit'a nyaatu nati garagala jette guutamu malte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite