14 Yesoni bukhura harre arginaani yaabate, akuma t'aafiini jettu,
Gammada, qilit'ama, worra Sioni! Gammada, lalaba, worra Yerusalemu! Laala, hayyuuni keesani isaniti d'ufuu jira! Inni ka waan ch'ufa dabsate irre guddo qabuti d'ufa, ammo inni ufi insaadu, harre yaabata — bukhura harreeni d'altuni d'alte gubba taa.
damele meet'i guuratte, fuula keesa isa d'ufte, ch'aarte, waan jette Waaqa faarsa, nama maqa abbootiini d'ufu Waaqi ha eebisu! Hayyu Israeli Waaqi ha eebisu.
Insodaatini, dira Sioni! Ilaali, hayyuuni kanke bukhura harre yaabate gara kanke d'ufu jira.