Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 11:50 - KITAABA WAAQA

50 aka yo nami toko biyya jed'e due, ka gochiti teenna ch'ufti imbanne ira dansa inhereddani.

Gade chapit la Kopi




Yohana 11:50
6 Referans Kwoze  

Kayafani sunini kauma, Nami toko biyyaafi duu male jed'e Yahuditi hime.


waan jed'eeni, wonti t'aafani, tana; Kristoni gaargale guyya sadeeso kau male,


Yo akasi, Koota, hameenna tolchina, aka d'ugaani mullattu maafi injenne? Nami gari ya waan kana jed'e dubbi d'aratiini na himate! Worra suni aka wollaala iti muru malani inuma iti murani.


Waan kanaafi Pilatoni isa gad'iisu fed'e, ammo Yahudiini ch'aarte waan jette, Yo nama kana gad'iifte atini jaala Kaisaritiiniti! Nami hayyu ufi tolchu ch'ufti nyaapa Kaisari.


Yo akanati lakimne, nami ch'ufti isa d'ugefata, duuba Rumiini d'ufte Mana Waaqaatiifi gosa teenna balleesiti!


Yo ilti tante mirgitiini si wollaalchifte, ufi keesaa baasi, gati! Yo atini ila toko d'abde ira sii jirtii, fulla nafa kanke ch'ufa ibida keesa buusani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite