Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 11:38 - KITAABA WAAQA

38 Yesoni ammalle garaa ufi keesati guddo lalefate, fulla awaala d'aqe. Awaali suni goda, qara d'akha toko afaanti gangalchani ch'ufani.

Gade chapit la Kopi




Yohana 11:38
12 Referans Kwoze  

Yesoni isiifi Yahudi ta isii gula d'ufte bootu arginaani, garaani isaa gubate lalefate.


awaala inni d'io qote keesa kaye. Jennaani d'akha gudda toko afaani awaalati gangalche biraa gale.


Guyya qara ka torbaani suni, Mariamu Magdalene, ato lafti imbariini, ganamaani gara awaala d'at'e, d'akha awaala ira gangalchani argite.


D'akha awaala ira gangalchani argite,


Atini eenu ufi seeta? Eenuti gaara kana gubbati, irreesa qotad'i siini jed'e?


Jennaani Abrahamuuni niiti isaa Sara goda suni ka lafa Kanaani keesa jiruti awaale.


Yusufuni woya boofta bite, isa gadi buuse, woya taaniini mamare, goda d'akha keesaa boch'ani keesati awaale, d'akha toko afaanti gangalche.


Inni maadefate waan jed'e, D'alooti kuni maafi akheekha barbaada? D'uguma wonti anini jed'u akheekha tokole d'aloota kanaa inkennani.


Tanaafi kaani iti d'aabatani, d'akha awaala iti gangalchani kaani beesisa ira kayani, jabeesani askarti eeddu achiti lakisani.


Namicha, aka waan laalefate onneeni si ch'ite waad'i. Fulla nami ch'ufa sii argu ch'iisi, laalefad'i, waad'i.


Beeni, dira Yerusalemu kana ch'ufa keesa deemi, nama waan hamtu dira kana keesati tolchani ch'ufaa jed'e laalefate bohu, adda isaani beesisa ira kayi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite