34 Eesati awaalani? jed'e worra gaafate. Aabbo, kooti, ilaali jed'aniini.
Jennaani isiini utaalte, gara Simoni Petrofi namicha Yesoni jaalate kaani d'at'e waan jetteeni, Aabbo ya awaala keesaa fuud'ani, ammalle fulla kayani nu imbeennu jette.
Inni waan jed'eeni, Koota, inargitani. Worri yae fulla inni bulu arge, galgala suni isa woliini hasaani. Hojjaani suni saa kud'anifa.
Inni waan jed'e, Himamiina; isani Yeso Nazareti ka fannisani barbaaddani. Inni la kae, arma injiru! Ilaala, kuno, fulla isa qara kayani.
Mariamu Magdalenefi Mariamu haad'a Yose, fulla Yeso iti awaalani argani.
Inni arma injiru, yayu kaasani, akuma inni jed'e. Koota, fulla isa ch'iifsisani ilaala.
Yesoni isiifi Yahudi ta isii gula d'ufte bootu arginaani, garaani isaa gubate lalefate.
Jennaani Yesoni bohe.