Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 11:17 - KITAABA WAAQA

17 Yesoni d'umnaani, aka Lazaroni haga guyya afuri awaala keesa bule d'agaye.

Gade chapit la Kopi




Yohana 11:17
5 Referans Kwoze  

Yesoni, D'akha iraa gangalcha jed'e. Marthani, oboleeti namicha due suni, waan jetteeni, Aabbo, amma inajaa, haga due arra guyya afuri.


Eegi lamaa sadi bulle, nu jireesa, duuba nuleeni isa woliini teenna.


Yesoni waan worraani jed'e, Isani Mana Waaqa kana ch'absa, duuba anini guyya saditi deebie jaara.


D'alooti Yeso Kristo akana tahe. Gaafa Yusufuni haad'a isaa Mariamu kad'ate, ato worri d'iirsafi niiti intahiini, isi Lubbu Qulqullooni garaachoofte argani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite