armaa achi ha kara kanaani ijeesani. Nami Israeli, yokhaani nami gosa d'ibi ka worra keesa godaanuleeni, hojja inni maqa AABBO Waaqa arabsu, gumiini ch'ufti ha d'akhaani isa haate ijeeftu.
Nami ch'ufti jara finna lafa harkaa qabu ch'aqasu malle; wonti akanatiifi fed'i Waaqa male nami wo fidu injiru, ammalle jara amma lafa fidu kanale Waaqati tolche.
Duuba nama hamama lama isa d'aatu tetesisa, worri suni ha, Nabothini Waaqafi hayyule arabse jed'e biyyati himuti. Duuba dira keesaa baasa, d'akhaani d'aana ijeesa.
Namichi Waaqa arabse suni olla keesaa baasi. Duuba nami araba inni Waaqa arabse d'agaye ha harka isaani mata nama suni ira keeyatu, duuba eege gumiini ch'ufti ha d'akhaani isaa haate ijeeftu.