Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 10:18 - KITAABA WAAQA

18 Nami tokoleeni nara imfud'atu, ammo ani ufumaani baasa. Anini jabeenna baasuuni qaba, ammalle ka deebie fud'ad'uuni qaba. D'aamsa kana anini gara Abba kiyyati argad'e jed'e.

Gade chapit la Kopi




Yohana 10:18
23 Referans Kwoze  

Ammo Yeso ingarra! Haga diqa toko malaika ira diqeesani, aka inni eeba Waaqa gula maro nama ch'ufatiifi duu. Maro duisa inni due suniifi, ammatana boku guddinna ka hayyuma isaa kennani.


Inni nafa ufi nuu kenne, aka hameenna ch'ufa keesaa nuu baase, gumi isaa qulqullo, ta waan dansa tolchu feetu nu tolchu.


Maro waan kanatifi Abbaani na jaalata, maro anini jireenna kiyya baasuufi aka deebie fud'ad'u.


Ammo nami lafaa aka anini Abba jaalad'u beekhu male, tanaafi anini waan ch'ufa akuma inni tolchi naani jed'e tolcha. kaa armaa nu yaasa.


Wonti anini gubbaa gadi d'ufeefi aka fed'i tiyya guutuuniti, ammo aka fed'i nama na erge guutu.


Yo isani seera kiyya guuttani jaalala tiyya keesa teetani, akuma anini seera Abba kiyya guute jaalala isaa keesa tau.


Anini tissitu dansa. Tissituuni dansaani jireenna ufi maro hooliyetiifi baafti.


Abba Jireenna ijeeftani. Ammo Waaqi duisa keesaa isa kaase, nu d'uga waan kanaati.


Ammo Waaqi isa kaase, gaargala duisa keesaa isa baase, waan dooti dandeete isa indabsanneefi.


Anini dandae ufiti woma intolchu: aka Waaqi nati himu gula qora; qorsumaani tiyya ta d'ugaati; wonti akanatiifi anini fed'i tiyya inbarbaadu ammo fed'i abba na erge barbaada.


Waaqi ya Yeso kana duisa keesaa kaase, nu ch'ufti d'uga waan kanaati.


Yesoni waan jed'eeni, Sila jabeenna wo na tolchituuni inqabdu, yo Waaqi sii kenne male. Tanaafi nama harka kanketi na kenneeti ira daba qaba.


akuma Abbaani na beekhe, anileeni Abba beekhu. Anini jireenna kiyya maro hooliyetiifi baasa.


Akuma Abbaani jireenna ufi keesaa qabu, akasuma inni Ilmale tolche aka jireenna ufi keesaa qabaatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite