47 Yesoni Nathanieli gara isaa d'ufu arginaani, waan isaa dubbate waan jed'e, Me ilaala, nama Israeli ka d'ugaafi, d'arti tokoleeni isa keesa injirre.
Worri taka inkiyyimne, wollaala inqabu.
Waaqi guddo worra Israeliti dansa, worra garaani isaa qulqullo.
Ayyaana isaati, ka AABBO Waaqi womaani inhimanne, ka ammalle kiyyiba womatu inqamne.
Worri gumi Waaqi fohate; ilmaani ufi worra tolche, guddinna ufi worra woliini qoodate; wold'aqisa ufi worra woliini tolche Seera kenneefi; kad'acha d'uga qabani; ya kakhu Waaqa argatani;
Anini, kakhuuni Waaqa ya badde injed'u; wonti akanatiifi gochiti Israeli ch'ufti worra Waaqi fohateniti.
Duuba Yesoni Yahudi isa d'ugefateeni waan jed'e, Isani yo dubbi tiyya guuttani, d'uguma jara kiyya taatani;
Inni taka daba intolchine, yokhaani nami tokoleeni isa d'ara dubbatu ind'ageenne.
Hameenna ch'ufa lakisa; nama insobina, inkiyyibiina, wolinqot'isiina, wolinarabsiina!
Wonti akanatiifi nami qabanqaba d'uga argate nuu, worraaniti; nu Waaqa lubbu isaatiini kad'anna, ammalle jireenna keenna ka Kristo Yeso keesatiifi gammanna; aada namaa ta nafa ind'ugefannu.
Worri waan isaani jed'e, Abbaani keenna Abrahamu. Yesoni waan jed'eeni, Yo isani ijoolle Abrahamu taatani, sila huji Abrahamuuni tolche tolchitani.
ammalle nama tokole ka waan namaa isati himu imfeene, waan inni waan nama keesa jira ch'ufa beekhufi.
Yesoni waan isiini jed'e, Beeni, d'aqi, d'iirsa ke yaami, armaani kooti.