Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 1:36 - KITAABA WAAQA

36 Yeso deemu jiru millate waan inni jed'e, Ilaala ilme Hoola Waaqa!

Gade chapit la Kopi




Yohana 1:36
7 Referans Kwoze  

Boriyya Yohanani Yeso gara isa d'ufu jiru arginaani waan jed'e, ilaala, ilme hoola Waaqa, ta daba nama lafa ch'ufa fud'attu.


Yeso ufi durati laalla, waan d'ugefachaani teenna haga qaratiifi haga muummele isa keesa jirtuufi. Inni duisa maskali obse, maro gammada isa eegatuufi maskali gubbati duu inch'eerfanne, amma barch'uma Waaqa mirgaani taa.


Nati deebia, baafama argad'a, isani gumiini lafa ch'ufa keesa jirtu! Waaqi anuma, na male kad'ibini injiru.


Isaaqooni waan jed'eeni, Aabbo! Abrahamuuni owaate waan jed'e, Yaa, ilma kiyya. Isaaqooni isa gaafate, Atini ka qoraanifi uchumaani deemtu, hoolani sorio qalani meeti? jed'e.


Jari lamaani kaani waan inni jed'e d'ageennaani Yeso gula yae.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite