Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 1:28 - KITAABA WAAQA

28 Waan kana Bethania keesati tolchani galaana Yordani gama fulla Yohanani nama iti batise.

Gade chapit la Kopi




Yohana 1:28
6 Referans Kwoze  

Ammalle Yesoni fulla Yohanani qara iti nama batise, ta galaana Yordanitiini gama d'aqe, achi tae.


Gaafasi Yohanaleeni Anioni ta d'aatu Salimutiti nama batisu jira waan bisaani guddooni achi jiraniifi. Biyyiti isati d'ufte inni worra batise.


Gideoni lafa gaareeni Efraimu ch'ufa keesa nama erge ka, koota worra Midiani had'a, galaana Yordanitifi laga haga dira Beth-Bara gahu taaku d'owa jed'u. Duuba jara Efraimu ch'ufa wolti yaamani galaana Yordanitifi laga haga Beth-Bara gahu achi geesani, aka worri nama taaku d'owu.


Duuba worri gara Yohana d'ufe waan jed'eeni, Aabbo, namichi gama Yordani si woliini jiru kaani, ka atini waan isaa dubbate, me ilaali, kuno, innileeni nama batisa ammalle nami ch'ufti gara isaa yau jira.


D'ad'a qayya kana maafi shilingi kunki sadi gurgurani hiyyeeyii inqoonne?


Boriyya Yesoni kae, Galilaya d'aqu fed'e. Filipo arginaani, Na gula kooti jed'eeni.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite