Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 1:25 - KITAABA WAAQA

25 Duuba Yohana gaafatani, waan jed'ani, Atini maafi aada batiso namaa kennita re, yo Kristofi Eliya yokhaani raaga kaani intahiini?

Gade chapit la Kopi




Yohana 1:25
10 Referans Kwoze  

Tanaafi anini raaga aka kanketi worruma keesaa worraa baasa: anini waan inni jed'u ch'ufa iti hime, duuba inni waan anini isani jed'e biyyati hima.


Fulla suni, inni raaga aka kiyya kana isanuma keesaa isanii, baasa; isaa ch'aqasu maltani.


Nu ya aka isani maqa kanaani imbarsiimne isaniti seereeyu? Ammo isani ya Yerusalemu dubbi tanaani guuttani, ammalle d'iiga nama kana mata keenna ira kayu feetani!


Yesoni Mana Waaqa olseene; ato nama barsiisu, qaalole gugurdofi jari gugurdaani Yahudi isati d'ufani waan jed'aniini, Atini jabeenna kamiini waan kana tolchita? Eentu jabeenna kana sii kenne?


Worri daba ufi himannaani inni galaana Yordani keesati worra batise.


Gumiini taani waan jette, Inni raaga Yeso jed'ani, ka Nazareti Galilaya keesaa d'ufu.


Jara kana Farisayooti erge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite