Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoeli 2:5 - KITAABA WAAQA

5 Hojja worri fiit'e gaara gubba gulufu, akuma gaari fardi hirkisu qiqillisa; ammalle akuma ibida jirma marraa gubu d'ud'uqisa; akuma nama lola yau ch'orora.

Gade chapit la Kopi




Yoeli 2:5
9 Referans Kwoze  

Qomti worra waan aka wonte sibiila qabdi, iyanti koola worraa aka iyana fardo lola yaatu jirti.


Tanaafi amma tana akuma okhayafi buuyooni godduuni ibida keesati gubatu, akasuma hiddi keesani shame, daraaraani keesani goge bubbeeni fud'atti, waan isani, waan AABBO guddaani, Waaqi Israelii, qulqullooni nu barsiise, diddaniifi.


AABBO Waaqi qonqo jabdu nama d'ageesise, irre dallansu isaa nama garsiisa. Ibidaafi bokaya guddaafi bokaya d'akhaani roobufi bokaya muumme inqamneti d'ufa.


Hafareeni isaa harka isaa keesa jirti. Oobdi ufi inqulqulleesa, dargaye wolti qabe khod'oti naqa, ammo qola ibida haga jiru ind'aamneti naqa.


Siti aka awaanisa isa kukuripachise, imimsu isaatini nama sodaachisa?


Worri t'iyaafi goraade fud'ate d'ufuu jira, worri hamama naasu inqamne. Worri hojja farda isaani yaabate gulufu aka d'awa galaana dibbisa. Ammalle worri kurfo jira, aka Babiloni had'u.


Jennaani worri gargari babahe gara ch'ufa lafa Misiri ke yae ch'idi barbaade.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite