4 Worri farda fakaata, akuma farda lolaa oria.
Awaanisi aka fardo lola kurfoofte jira; mata ira waan aka sure hayyuma ta worqi qaba. Fuuli worra aka fuula nama jira.
Jennaani fardooleeni gugulufte, lafa miila ufiitini d'id'ite.
Ch'aqasa, d'uqeesa lichotiifi kokeesa miila gaaritiifi gulubsu fardatiifi dibbeesa gaarile!