Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoeli 2:31 - KITAABA WAAQA

31 Aduuni dukanoofte, jiileeni aka d'iiga diimata, ato guyyaani guddaani jabaani AABBO Waaqaa ingahiini.

Gade chapit la Kopi




Yoeli 2:31
21 Referans Kwoze  

Maro tokotu, eegi garagala guyya suni, aduuni indukanoofti, jii iti deebie inifsu, urjiini gubba gadi jiddi, jabeenni gubba inhargufama.


Ammo anini ato guyyaani AABBO Waaqaa, ka rifannoota qabu, ingeenne, raaga Eliya isaniti erga.


AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka ch'ubbichafi nami ufi saaduleeni aka buuyo godde gubatu. Guyya suni worri ch'ufti gubate hobae daara d'aba.


Adufi jiileeni dukanae, urjini deebite inifsitu.


Lafti worra durati chochoote, gubbaleeni hollatte, adufi jiileeni dukanae, urjileeni ifsu diddi.


Akheekhati mullata adufi jiafi urji keesa. Lafa keesaleti gochiti ch'ufti ufi jibbaatti, maro gohannaafi d'awa galaana sodaataniifi waan tahani wollaalaani.


AABBO Waaqi waan jed'u, Gaafasi anini worra Yudatifi ka Yerusalemu finnuma worraa dansa qarati deebisa.


Guyya gudda haga saa sagali lafti ch'ufti dukanoofte.


Aduuni indukanoofti, jiileeni aka d'iiga diimata, ato guyyaani guddaani jabaani Aabbo ingahiini.


Jennaani malaikaani afreeso magalata ufi d'oofte. Qooda sadeeso ka jiatifi ka urjile wa d'aani. Duuba akanaani qoodi sadeeso ka waan kana sadeeni ifse d'abe; qoodi sadeeso ka guyyatiifi ka halkanileeni ifsu dide.


Lafti boote, gubbaleeni dukanoofti. AABBO Waaqi ya jed'e, dubbi ufi gara ingalchu; inni ya buufate, ufi ira indeebiu.


Hojja anini lafa si balleesu suni, anini gubba d'osse, urjile mullachu d'owa. Aduuni duumansa lit'e, jiileeni dukanaa.


Magalata Sioni irati d'aa; gaara kiyya qulqullo irati arrifad'a! Nami lafa Yuda keesa jiru ch'ufti ha mudamuti! Guyyaani AABBO Waaqa ya d'iaate.


Guyyaani suni gaandidae dukanae, guraatae dumansaa. Duuli awaanisaa dukanae, lafa ira dabre, gaara gubbaa gad'ufuu jira. Wonti kunini waan nami taka inargini, ammalle itumaa deebiani inargani.


AABBO Waaqi duula isaati mandie, duuli irre qabu, guddaani muumme inqamne, isa ch'aqasa. Guyyaani AABBO Waaqa suni guyya gudda, ka gaargala gudda qabu! Eentu dandae iraa hafa?


Hojja guyyaani sunini gahe, qabbanafi yokhaani maganule deebiani inargani,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite