Yoeli 2:14 - KITAABA WAAQA14 Hegeri AABBO Waaqi keesani garagale, isani eebise mid'aani guddo isanii keenna. Duuba isani mid'aanifi daad'i isaa baaftani. Gade chapit la |
Duuba amma lafa gaareeni ta gaafa anaafi jari wahela kiyya waan isii Musati himne, ta AABBO Waaqi naa kakhate naa kenni. Nu gaafasi ya siti himne, aka worri gugurdaani d'ed'eerani, gosa Anaki, dira gugurda naaboni jaarate keesa tau. Hegeri AABBO Waaqi na woliini jiraate akuma inni jed'e kaani, anini worra arti keesaa baasa.