Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoeli 1:16 - KITAABA WAAQA

16 Ato nu agarru, mid'aani nuraa balleesani, nu waan taanu inqamnu. Gammachufi qilit'ami Mana Waaqa keenna keesa injiru.

Gade chapit la Kopi




Yoeli 1:16
11 Referans Kwoze  

Duuba ee Waaqa, anini fulla sorio iti sii qalani d'aqa; nami anini gammada ira argad'u sii. Anini kiraari d'ae si faarsa, ee Waaqa, Waaqa kiyya.


Ch'arqi naqad'a, boha, isani qaalole, ta huji Waaqaa hojatte sorio baaftu! Mana Waaqaa seena, halkani kana ch'ufa bohaa bula! Mid'aanifi daad'iini Waaqa keesanii baasani injirtu.


Ammo inni waan jed'uuni, lakisa, anini indandau, anini sagaleefi woyale inqabu, gudda keesani na intolfatina!


Waan nu nama isaa taaneefi gammada; nami isa yaamatu ch'ufti ha gammaduti.


Gammadaafi qilit'ama na d'ageesisi, nafi kiyya ka qara atini ch'ach'absite ha gammadu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite