Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yihudaa 1:24 - KITAABA WAAQA

24 Gara isaa ka dandae jigu isani d'owe, wollaala male gammadaani guddinna isaati isani geesu.

Gade chapit la Kopi




Yihudaa 1:24
28 Referans Kwoze  

Ammalle Aabbooni hameenna ch'ufa keesaa na baase, haga anini Finna isaa argad'uuti na qorqorata. Guddinni ammafi hegerile ka isaa tahinna! Amini.


Gara isa, ka dandae waan nu kad'annu ira nuu kennu yokhaani waan nu herennule ira, maro jabeenna nu keesa hojatuufi:


Ammo amma maro duisa nafa Ilma isaatiifi Waaqi ya ufiti isani araarse aka isaani qulqulleese qit'oomse wollaala male fuula isaa duraani d'ufu.


aka gumi isaa ila ufi duraani d'ufu, mid'aagumafi qulqulloomaani, wollaalafi bobotolefi waan qit'e intahiini male.


Nu imbeenna aka Waaqi ka Aabbo Yeso duisa keesaa kaase, Yeso woliini nule duisa keesaa kaase isani woliini fuula ufi duraani nu d'ufu.


Worri taka inkiyyimne, wollaala inqabu.


Ka waan ch'ufa garru, nu maani jenna? Yo Waaqi gama keenna jiraate, eentu dandae nu dabsata?


Ilmi Nama malaika ufi woliini guddinna Abbaatiini d'ufa, duuba nama ch'ufa huji isaa gula waan isaa male kennaafi.


Ammo gammada, maro isani gaargala Kristo qoodattaniifi, aka hojja guddinni isaa mullatu gammadi keesani qit'au.


Anini maro teesaniifi hinaafa akuma Waaqi maro teesani hinaafu; wonti akanatiifi isani intala game ta anini nama toko ch'alla kenne fakaattani; nami sunileeni Kristo.


Gaargali diqaani, ka yoosu hobau, ka nu qamnu kunini eegi tana guddinna hegeritiini nu d'ufa, ka gaargala suni ira jiru.


Hojja suni gammada, qilit'ama, gatiini teesani ta gubba jirtu waan guddo. Akuma kana raagoota duri gaargalchani.


Atini eennu kana ka hojattu nama d'ibi qortu? Abba isaa ch'allati jabeennaafi laafinna isaa beekha. Inni injabaata, maro Aabbooni dandae isa jabeesuufi.


Eebiti tante ta haga jiru jireenna isa woliini jirti, waan atini isa woliini jirtuufi inni ingammada.


jaalala Waaqa keesa taa, ato Aabbo Yeso Kristo ka naasu ufitiini jireenna hegeri is isanii kennu eegattanu.


Jireenni keesani ka d'ugaa Kristo, gaafa inni mullatu, isanileeni isa woliini mullattani guddinna isaa qoodattani!


Tanaafi nu waan Kristo nama ch'ufati odeesina. Nama ch'ufa gorsineti barsiimna, qalbi teenna ch'ufaani, aka nami ch'ufti Kristo keesati guddate fuula Waaqa duraani d'umnu.


Yo nami tokoleeni anaafi dubbi tiyya dide, Ilmi Namaleeni, gaafa guddinna ufitiifi ka Abba isatiifi ka malaika qulqulloleeni d'ufu, nama suni indida.


Guyya Ilmi Nama guddinna ufitiini d'ufu malaika ch'ufa woliini, inni barch'uma guddinna ufi gubba tae,


Yesoni waan worraani jed'e, Waan anini isaniti himu, Gaafa Ilmi Nama barch'uma guddinna ufi ira tau, isaniini kud'ani lamaani kunileeni barch'uma guddinna ira teteetani, dubbi gosa kud'ani lama ta Israeli ch'ufa qortani.


Duuba ee Waaqa, anini fulla sorio iti sii qalani d'aqa; nami anini gammada ira argad'u sii. Anini kiraari d'ae si faarsa, ee Waaqa, Waaqa kiyya.


Wonti akanatiifi yo nami seera ch'ufa guute, ammo toko yake, inni ya seera ch'ufa dabre.


Tanaafi oboleyaani tiyya, jabaad'a, aka yaamicha Waaqaatiifi fohacha isaa waan guyya ch'ufa tolfattani; wonti akanatiifi yo waan kana tolchitani haga jirtani injiddani.


Qaallichi ha namichafi waan inni baasu kana ch'ufa fulla Waaro Woyyumatiini d'ufuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite