Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yihudaa 1:17 - KITAABA WAAQA

17 Ammo waan kana qaabad'a, jaallaani tiyya! Waan ergattuuni Aabbo keenna Yeso Kristo duri isaniti himte qaabad'a.

Gade chapit la Kopi




Yihudaa 1:17
8 Referans Kwoze  

Dubbi raagooti qulqullooni duri jetteefi ammalle seera Aabboofi Qarqaarsi harka ergattu isatiini isanii kenne qaabad'a.


Ammo nu ka Waaqaati. Nami Waaqa beekhu ch'ufti nu ch'aqasa; ka Waaqa imbeenne nu inch'aqasu. Kara kanaani lubbu d'ugatiifi lubbu d'ara gargari beenna.


Isati wo namaa kenne; nama gari ergattu tolche, ka gari raaga tolche, ka gari odeesitu dubbi tolche, ka gari tissitu tolche, ka gari barsiiftu tolche.


Anini ya waan ch'ufa isani agarsiise, aka nu akasi hojanne nama lalaafa qarqaaru malle. Ammalle dubbi Aabbo Yesoni jed'e qaabad'a, ta inni, Wonti kennani waan fud'atani ira eeba qabdi jed'e.


Isani waan hojattuuni tiyya Musani duri isani barsiise, aadaafi seera anini worra Israeliti jed'e gaara Sinai irati isaa kenne, qaabad'a.


Isanile yayabuma ergattufi raagooti keete irati isani ijaarani, d'akhaani jabaleeni Kristo Yeso.


akamiini dandeenne baana, yo nu baafama akana kana injabeesine? Aabbooni baafama kana qara yayu hime, worri isa d'agaye, aka isiini d'uga aka dansa nu beesise.


Jaalaani tiyya, anini guddo herege aka waan baafama nuuni ch'ufti woliini qamnu isani t'aafu; duuba tatabe tana ya isanii t'aafe aka isani jabaattani, d'ugefacha Waaqi gumi isaa ch'ufa maro tokotu kenne jabeesitani badi d'owartani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite