Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yeremia 7:5 - KITAABA WAAQA

5 Finna keesa jirtani kana jijirad'a, waan tau jirtani kanale lakisa. Woli indabsina, waan dansaa woli tolcha.

Gade chapit la Kopi




Yeremia 7:5
16 Referans Kwoze  

Wonti AABBO Waaqi jed'u tana, waan d'ugaatifi ka qajeela tolcha; nama dabsani harka nama dabsu jalaa baasa. Nama gosa d'ibitifi hiyyeeyifi nad'eeni hiyyeeyile gaargalchitani indabsina; ammalle fulla qulqullo tanati nama woma iyyakini infit'ina.


Hojja isani naa saalfatani sagale dansa lafti baaftu nyaatani.


Waan hamtu tolchu dide, hori namaa liqeesule tirfi ira barbaadu dide, aadaafi seera kiyya jabeese guute, inni induu, ammo injiraata.


Inni beese namaa liqeese tirfi iraa ibarbaadu. Inni waan hamtu intolchu, yo nami wold'abule d'uga gula dubbi mura.


Worri waan worri worra Yudatini jed'u, Waan nu taanu nuti hima akuma mukha guyya gudda gaadisa dansaa qabu nu qorqorad'a, nu gaadisa keesani jala boqonna. Nu worra baqa yau; fulla nami tokoleeni nu ingareeti nu d'ossa.


Worra Yabeshi suni keesa dubra d'ibba afuri argani, fuud'ani Shilo ta lafa Kanaani keesatini d'ufani.


Guyya suni Deborafi Barakani, ilmi Abinoamu, faaru tana d'ahatani:


Woli indabsina, AABBO Waaqa keesani sodaad'a.


worra d'aloota Daudi! AABBO Waaqi waan jed'u, Guyya ch'ufa waan tolchitani ch'ufa d'uga gula tolcha. Nama dabsani harka nama dabse jalaa baasa. Yo baasu baatani, wonti hamtuni isani tolchitani kuni dallansu tiyya aka ibida nami dandae ind'aafine bobeesiti.


Yo atini mukha hind'eesatini mana jaarate, waan hayyoota ch'ufa ira jirtu ufi seeta? Abbaani kanke nyaate d'uge waan d'ugaatifi ka qajeela gula indeemne? Tanaafi inni waan tolchu ch'ufa keesa eeba argate.


Kara gula yaatani kana lakisa, Finna keesani jijirad'a, AABBO Waaqa keesani saalfad'a. Yo isani akasi taatani, inni herega qara dira kanaani balleese jed'e kaani illakisa.


Gaafa diri Yerusalemu waan ch'ufa qabu, ka nami keesa guute, ammalle ka nami hedduuni dira d'aatutiifi arda bitatiifi lafa gamooji ta ila galchu keesa jiru, dubbini tunini dubbi AABBO Waaqi afaani raagoota duritiini jed'eeniti?


Yo nami qajeelani d'uga gula deemu jiraate,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite