Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yeremia 5:1 - KITAABA WAAQA

1 Worra Yerusalemu kara keesani gula oria! Ilaala, hubad'a! gabaya keesa barbaada! Nama tokole ka waan dansa tolche d'uga gula deemu ingartani? Yo isani agartani, AABBO Waaqi Yerusalemuu inaraarama.

Gade chapit la Kopi




Yeremia 5:1
29 Referans Kwoze  

Anini nama naabo d'akhaani jaare, fulla isiini ch'ach'abt'eeni eje, hojja anini dallansu tiyya keesa isi balleesu d'ufu worraa kalchu tokole ilaani barbaade d'abe.


AABBO Waaqi lafa ch'ufa ilaale tisse nama isa d'ugeefatu jabeesa. Waan atini aka daale tateefi, armaa achi worraani lafa tante keesaa imbahu.


Isani gaadisa koraa d'at'ani, dubbi d'araatiini nama himatani. Isani d'ara gula yaatani kara sunini d'uga barbaadani. Hameenna hereddani waan hamtu nama tolchitani.


Ammo worri ch'ufti yayu akuma takaa kara iraa gore waan hamtu tolche. Worra keesa nami tokoleeni ka waan dansa tolchu injiru.


Nami hedduuni dansumafi balchuma ufi saada, ammo nama dansumafi balchuma qabu aka tabaati lafa keesati inargani?


Ee AABBO Waaqa, nu qarqaari! Nami si beekhu lafa keesati inhamne, nama d'uga gula deemu deebiani lafa keesati inargani.


soba hedduuni worra badu soba. Maro d'uga worra baaftu jaalachu didaniifi badani.


Garbichi kaani gallaani waan kana ch'ufa abba ufiti hime. Duuba abbaani kaani dalane waan garbicha ufitiini jed'e, hurrisi, deemi, karaafi daandi dira keesa dedeemi, hiyyeeyifi naafafi ballafi nama hokoluuni kooti.


Ta qara taani waan ta lameesotiini jette, Utaali, namicha kaima ka haada woini biimani harkaa qabuuni waan jettu, Taka tana diri Yerusalemu kunini guddate, namafi saileeni guute, naabole iti jaaru dad'abani.


Nami lafa keesa mirgaa bita, ilaborutiifi ila galchu mare fulla ch'ufa dubbi AABBO Waaqaa barbaada, ammo inargatu.


Dirati oriani, naabo korani, maneeni aka hattu qaani duudani.


Inni waan nani jed'e, Danieli, amma kitaaba ch'ufi, beesisa ira kayi, haga muummeeni d'uftuti. Nami hedduuni olgadi orie waan baratu barbaada.


Jennaani dira ch'ufa keesa mare, kara diratifi daandi maneeniti deemtu ch'ufa bahe, bad'aaso kiyya ka anini jaalad'u barbaada, ammo argu dad'abe.


D'uga, qarooma, baracha, qalbi, wonti kunini ch'ufti waan argachu malani, d'abu himmalle.


Fullo dira keesa d'aatu balbala eje lalabe waan jed'u,


Inni waan jed'eeni, Ee AABBO Waaqa gudda, anini haguma duriti siuma ch'alla hojad'e, ammo worri Israeli wold'aqisa sii woliini tolfate ch'abse fulla sorio irati si baasani balleese raagoota tante ch'ufa fit'e. Nami hafe naa ch'alla, anale amma ijeesu fed'ani!


Gungumsuni te maani? Maafi nati garagalte na didda?


Jennaani nami d'iira, ka aka nad'eeni isaani waaqoota d'ibi hit'aana aarsitu beekhu, ammalle nad'eeni arti ejaanjitufi worri Israeli, ka lafa Misiri bitaa tauleeni ka gumiini sunini nama muumme inqamne waan nani jette,


AABBO Waaqi gubbaa nama gadi ilaale, aka nami wohubate isa kad'atu worra keesa jiru arga.


Eenuti ch'ubbicha dide wahela naa tahe? Eenuti nama hama jibbe goli naa tahe?


Anini aka dansaa ch'aqase, ammo isani d'uga indubbanne, nami tokoleeni isani keesa ka ch'ubbu ufi iraa deebiti yokhaani anini maani yake? jed'e injiru. Nami ch'ufti karuma ufi deema, akuma farda duulaa ka aka male oriu.


Ato sila anini lafa gamooji keesa fulla bulu qaabad'e, aka anini gumi tiyya iraa fagaad'u, akami gammada! Worri ch'ufti nama d'uga gula iyyaane, ka dabse nama balleesu.


Maro waan kanatifi AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Gumi tiyya aka sibiila basse qulqulleese ilaalad'a. Gumiini tiyya yayu waan hamtu tolchite — wonti d'ibiini anini worra tolchu maani re?


Waaqi waan nani jed'e, Worri Israelitiifi ka Yuda ya ch'ubbu hamtu tolche. Worri yayu lafa ch'ufa keesati nama fit'e Yerusalemu ch'ubbuuni guute. Worri waan jed'u, AABBO Waaqi ya lafa teenna lakise. Inni amma nu inargu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite