Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yeremia 26:8 - KITAABA WAAQA

8 akuma anini dubbi AABBO Waaqi jed'i nani jed'e taani buufad'eeni worri sunini ch'ufti na qabe, iyye waan jed'e, Atini maro dubbi tana jetteefi duu malte!

Gade chapit la Kopi




Yeremia 26:8
22 Referans Kwoze  

Raaga kami ka ababooti teesani ingaargalchiini? Ammalle worri ergattu Waaqa, ta d'ufiisa Nama d'uga himu d'ufte, ijeese. Isanileeni ammatana isa gurgurtani ijeeftani.


Waan kana d'ageennaani garaani isaani guddo gubate, aka ergattu ijeesani mariatani.


ta gari tissele guurte d'aante fitt'e.


Jennaani biyyiti waan jette, Koota, mala d'awanna aka Yeremia balleesinu! Nu qaalole nu barsiiftufi jaarole qaqaro mala nu d'ooftufi raagoota dubbi Waaqa nu faddu lafa teenna keesa haguma jirule ind'amnu. Koota, dubbi isaa dinne isa himanna.


Ato anini isani gaargalchele, wonti sunini woma isanii imbaane. Isani wollaala keesani iraa deebiu diddani. Isani ya akuma nyeench'a dallane, raagoota teesani hobaaftani.


Ammo gumiini sunini ergattu Waaqa goyeesite, dubbi isaa tufate, raagoota isaleti tabate, duuba eege AABBO Waaqi gumi suniti dallane, namu dallansu suni jalaa bahu dad'abe.


Wonti Babiloni gaargalchaniifi, waan d'iiga raagootatiifi worra Waaqaa isa keesati arganiifi; ee, d'iiga nama lafa keesati ijeesani ch'ufa.


Qaalole gugurdofi jaaroleeni biyya sosobde waan jette, Aka Pilatoni Baraba lakise Yeso ijeesu kad'ad'a.


Ammo ee AABBO Waaqa, atini mala worri nani ijeesu fed'e ch'ufa imbeeta. Ch'ubbu worraa inaraaraminiifi, daba worraale biraa indeeminifi. Worra dabsi, lafa buusi dallansu keesa balleesi.


Hayyu Sedekiati achiti na hid'e, waan nani jed'e, Atini maafi AABBO Waaqati akana jed'e jette dubbi akana tana fadda? Anati dira kana harka hayyu Babiloniti kenne, inni isa dabsate


Anini dubbi AABBO Waaqi isaani, worrati himi nani jed'e, buufannani


Amaziani, qaalluuni Betheli, qonqo gara Yeroboamu, hayyu Israeli, erge waan jed'eeni, Amosiini si jala jira, inni gumi Israeli keesa dedeeme si balleesu fed'a. Dubbini isaa suni lafa balleesiti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite