Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yeremia 26:11 - KITAABA WAAQA

11 Jennaani qaaloleefi raagooti waan jaaroleefi gumiini jette, namichi kunini duu male, waan inni aka dira keenna balleesani fageefi. Isanileeni waan suni ya gurra keesanini d'ageetaniyu?

Gade chapit la Kopi




Yeremia 26:11
13 Referans Kwoze  

Jennaani jari hojattu kaani gara hayyu d'aqe waan jed'e, Namicha kana ijeesu malani, dubbini isaa tunini askarti dira keesati haftele garaa laafifti, ammalle nama d'ibi ka dira keesati hafele, akasuma garaa laafifti. Inni diqole nama qarqaaruti injiru, ammo balleesuu jira.


isani maani hereddani? Worri waan jed'eeni, Inni wollaala qaba, duu male jed'ani.


Ammo hojja raagi tokoleeni waan anini himi injed'ini, Waaqati jed'e jed'e, maqa kiyyaani hime, ha duuti; ammalle raagi maqa waaqa d'ibiini wohimuleeni ha duuti.


Haga inni dubbi tana jed'u ch'ufa ch'aqasani jennaani qonqo olfud'atani waan jed'ani, nama kana lafa tana keesa balleesa jiraachu himmalle.


Yahudiini waan jette, Nu seera qamna, seera keenna suni gula inni duu male, waan inni Ilma Waaqa ufiini jed'eefi.


Waan isaani jed'ani, Yo sila namichi kunini nama hama intahiini sitiini ind'umnu.


Ammo ee AABBO Waaqa, atini mala worri nani ijeesu fed'e ch'ufa imbeeta. Ch'ubbu worraa inaraaraminiifi, daba worraale biraa indeeminifi. Worra dabsi, lafa buusi dallansu keesa balleesi.


Jennaani jaaroleefi gumiini ch'ufti waan qaaloleefi raagootaani jette, Nami kunini maqa AABBO Waaqa keennatini nuni dubbate, tanaafi inni duu himmalle.


Jennaani waan Yoashini jed'ani, Ilma kanke gabaasi, inijeemna! Nami waan sorio Baali irati baasani ch'ach'abse, akheekha Ashera ka d'aatu jiru ch'ire isuma.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite