Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yeremia 26:10 - KITAABA WAAQA

10 Jaaroleeni Yuda waan tahe kana d'ageennaani mana hayyu keesaa baate, harifate Mana Waaqa d'ufte, fulla fullo Hareeti jed'ani Koraa teteette.

Gade chapit la Kopi




Yeremia 26:10
15 Referans Kwoze  

Duuba ato nami ch'ufti tae ch'aqasu, Barukuni dubbi anini jed'e taani woraqata iraa soome. Inni hojja woraqata suni biyyaa soomu fulla mana Gemaria ilmi Shafani, ka tatabe t'aafu iti galu, ka d'aatu Mana Waaqa jiru jira. Mani inni iti galu sunini naabo oli keesa jira, d'aatu Fullo Hareeti Mana Waaqatini seenani.


Jari lafa mohatuleeni aka yai bineensa nyaatu gargari hero d'ooftu jira. Worri nama ijeese akanaani ufi duroomsa.


Nami Israeli gugurdaani nama dura yau, ka siti galu ch'ufti, humna ufi, d'aabate nama fit'a.


Ato Elnathanifi Delayaafi Gemariani hayyichaani woraqata ingubini jed'ani kad'atanile inni worra inch'aqamne.


Ammo waan Ahikamu, ilmi Shafani, naa kalcheefi anini harka gumi suni ka sila na ijeeftu jalaa bahe.


Ammo tatule fulla waaqa d'ara iti kad'atani, ta gaareeni gubba, tokole imballeesine, biyyitileeni sorio baafte hit'aana aarsu illakimne. Nami balbala fullo Mana Waaqa ta mirga jaare Yothamu.


Hayyichi Yehoiakimu jed'anifi askarti isaatifi jaaroleeni isaaleeni waan Uriani jed'e d'ageennaani, hayyichi aka isa ijeesu malate. Ammo Uriani waan suni d'ageennaani mudame, lafa Misiriti baqate.


Gumi ch'ufafi jaaroleeni ee jette, aka tisse ufi gad'iisani, deebiani tisse intolfanne. Worra akasuma gad'iisani,


Nami balbala Mana Waaqa ta mirga jaare naabo moga Yerusalemu ta Ofeli jed'anile mid'aase jaare Yothamu.


nama yaame, Namicha kana d'aana, d'aatu fullo Benjamini ta Mana Waaqatini olisenaniti jabeesa hid'a jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite