3 Duuba AABBO Waaqi nani dubbate, jennaani anini waan worra sunini jed'e, waan Sedekiani jettani,
Inni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche, dubbi AABBO Waaqa, ta raagi Yeremiani isaani jed'e, ch'aqasu dide.
Aabbo, AABBO Waaqa nu kad'ad'i, wonti akanatiifi hayyuuni Babiloni ka Nebukadreza jed'anifi duuli isaa yayu dira marse. Hegeri AABBO Waaqi, waan mama fa tolche, Nebukadreza nuraa deebisa.
AABBO Waaqi Israeli waan jed'u: Sedekia, anini askarti tante ta hayyu Babilonitifi duula isatini woli haatu imballeesa. Anini woraana askarti teeti wod'aka dirati tuula.
Hayyu Sedekiati achiti na hid'e, waan nani jed'e, Atini maafi AABBO Waaqati akana jed'e jette dubbi akana tana fadda? Anati dira kana harka hayyu Babiloniti kenne, inni isa dabsate
jennaani isiini waan jetteeni, AABBO Waaqi Israeli waan jed'u, Waan isani nama nati isani ergeeni jettani,