Yeremia 21:2 - KITAABA WAAQA2 Aabbo, AABBO Waaqa nu kad'ad'i, wonti akanatiifi hayyuuni Babiloni ka Nebukadreza jed'anifi duuli isaa yayu dira marse. Hegeri AABBO Waaqi, waan mama fa tolche, Nebukadreza nuraa deebisa. Gade chapit la |
Samuelini waan Sauloni jed'e, Atini maanifi na gaargalchite ch'iisu na d'owarte na yaamta? Sauloni waan jed'eeni, Gaargala guddati harkaa na qaba, worri Filisti na had'u jira Waaqi ya na lakise. Inni amma yayu raagafi oobjuleeni nani dubbachu dide. Tanaafi si yaame aka atini waan anini tahuu male nati himtu.