Yeremia 19:3 - KITAABA WAAQA3 waan jettuuni, Dubbi AABBO Waaqa d'agaya, hayyoota Yudatifi worra Yerusalemu dubbi AABBO Waaqi guddaani, Waaqi Israeli, jed'u ch'aqasa. Anini badi hamtu lafa tanatini d'ufa, ta nami d'agaye ch'ufti rifate maadefate, akanumati afaani qabatu. Gade chapit la |