4 Galaana Frati d'aqi, hid'a suni goda d'akhaa keesati d'ossi.
Isani worra Sioni, aka nad'eeni ch'ininfattu, woraaqa, waad'a; isani amma dira keesaa baatani baadia galtani. Lafa Babiloni d'at'ani, achiti AABBO Waaqi d'ufe harka nyaapa keesani keesaa isani baasa.
Nu galaana Babiloni d'aatu teteenne Sioni qaabanne boonne.
Yohanani woya rifeensa gaala uyifate, gurda goga hid'ate, awaanisafi damma nyaate.
Jennaani AABBO Waaqi ammalle waan nani jed'e,