Yeremia 1:16 - KITAABA WAAQA16 Anini gumi tiyya ingaargalcha, waan worri nati ch'ubbamefi. Worri na lakise, waaqa d'ibii sorio baase, waaqa harkaani boch'ani mid'aafate kad'ate. Gade chapit la |
Nu waan, intolchina jenne kaani ch'ufa intolchina. Nu hit'aana waaqoota teenna hayyiti gubbati aarsine, daad'ile d'ibaayu baamnaafi, akuma nuufi ababoota teennafi hayyoota teennafi jaaroleeni teenna duri dira Yudatifi kara Yerusalemu keesati tolchine. Gaafasi nu guddo sagale qamna, horile guddo qamna, gaargali injiru.