Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yakobo 5:15 - KITAABA WAAQA

15 Kad'achaani tunini, yo d'ugefachaani tolchani, nama suni imfayifti: Aabbooni isa imfayisa, daba inni tolchele inaraaramaniifi.

Gade chapit la Kopi




Yakobo 5:15
18 Referans Kwoze  

Nami gaargala qabu jiddu teesani keesa jira? Ha Waaqa kad'atuuti. Nami gammada qabu jira? Ha faaru d'ahatuuti.


Tanaafi daba keesani wolti himad'a, Waaqa woli kad'ad'a, aka fayyitani. Kad'achaani nama d'ugaa waan jabdu, guddo wo baati.


Yo kad'ate inni d'ugefachu male, diqole rinch'ich'u himmalle; wonti akanatiifi nami rinch'ich'u ch'ufti aka d'awa galaana ka bubbeeni d'ooftu jira.


Yesoni waan worraani jed'e, Maro isani d'ugefacha diqo qabdaniifi. D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Yo d'ugefacha diqo haga guma dambi qabaattani, gaara kanaani, Arma buqai, fulla d'ibi deemi, yo jettani, imbuqaa; wonti isani dabsata injirtu. [


Ammalle nami lafa teenna keesa tau deebie fayya d'aba inhimatu, ch'ubbu worrale ch'ufa inaraaramanifi.


Eegi suni Yesoni namicha kaani Mana Waaqa keesati arge waan jed'eeni, Me ilaali, la fayyite. Iti deebite daba intolchiini, aka waan hagana ira hamtu inarganne.


Fed'iini nama na erge tana, aka nama inni naa kenne tokole imballeesine, ammo guyya muumme kaasu.


Wonti akanatiifi Waaqi qalbi ufitiini nama qalbuma worraatini ufi hubachiisu d'owe, Waaqi qalbi ufitiini daalluma odu nu odeesiinutini nama d'ugefatu baase.


Nu imbeenna aka Waaqi ka Aabbo Yeso duisa keesaa kaase, Yeso woliini nule duisa keesaa kaase isani woliini fuula ufi duraani nu d'ufu.


waan kana qaabad'a. Nami nama daba tolchu wollaala iraa deebise, lubbu nama suni duisa keesaa baase, daba heddu jalaa baasa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite