Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yakobo 4:15 - KITAABA WAAQA

15 Wonti isani jechu maltani tana: Yo Waaqi jed'e, teenneti waan kanaafi suni tolfanna.

Gade chapit la Kopi




Yakobo 4:15
10 Referans Kwoze  

Nami garaa ufi keesaa mala heddu qaba, ammo fed'uma AABBO Waaqati taha.


Yo Waaqi jed'e akana tolchina.


Fed'i AABBO Waaqa ch'allati guyya ch'ufa guutama.


Taatule nagaya d'aamate, Yo Waaqi jed'e anini indeebia jed'e, hobolo seene Efeso keesaa deeme.


hojja kad'ad'u ch'ufa isani qaabad'u imbeekha. Anini Waaqa kad'ad'a aka fed'i isaa gula inni na dandeesise, anini amma gara keesani d'ufu.


Anini haga diqa toko ch'alla isani bira tau imfed'u, haga gudda isani woliini tau fed'a, yo Aabbooni jed'e.


Duuba, gammada guddaani gara keesani d'ufa, yo Waaqi jed'e, ammalle aka dansa fulla teesani boqod'a.


Yo Aabbooni jed'e ammo, anini d'iotu fulla teesani d'ufa, gaafasi waan worri ufi guddisu kunini dandae tolchu ilaala, waan worri afaaniini jed'u ch'allaaniti.


Ammo amma isani ufi guddiftani ufi saaddani; ufi saaditiini tunini ch'ufti fullaaniti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite