Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yakobo 3:8 - KITAABA WAAQA

8 Ammo nami dandae araba illenjisu, Inni hama, nami indandau, had'aa nama ijeeftu qaba!

Gade chapit la Kopi




Yakobo 3:8
13 Referans Kwoze  

Lubbuuni worraa aka awaala qotani jirti. D'arti araba worraa iraa baati, dubbini hamtuuni, ta aka had'aa bofa jirtu, afaani worraa keesaa baati.


Arabi worraa aka bofa hama nama ijeesu jira; dubbini worra aka had'aa buuti jirti.


Arabi aka ibida jira, lafa hameennati, nafa keenna keesa, arabi waan waan ch'ufa t'ureesaati; ka waan jireenna keenna ch'ufa ibida nartitiini gubu.


Dubbini isaa damma ira mioofti ammo garaa isaa keesa jibbaati jira; jechi isaa d'ad'a ira laafa, ammo aka goraade nama mura.


Nyaapa aka gorjama jiruti na marse, ka gaadeeni isa woraanafi t'iya fakaate, arabi isaaleeni goraade qara qabdu fakaatu.


Arabaafi dubbi hamtu worri dubbatu ch'aqasi arabi worra aka goraade jira; worri waan jed'u, Eenuti nu d'agaya.


Inni waan aka had'aa bofaa qaba, inni aka jawe gurra duufate,


Yo bofi ato murma iti imbaasini nama nyaate, murmi suleeni woma imbahu.


akuma daad'i had'aa bofaa ira mid'aasani.


Jawe guddo taani gadigatani! Isiini suni bofa duri kaani, ka Sheet'ana yokhaani Jinni jed'aniini, ka lafa ch'ufa sobe. Isaafi malaika isaa ch'ufa lafati gatani.


Nami waan hamtu herege woma hamtu dubbatu badi male waan dansa inargatu.


Wonti akanatiifi bineensa gosa ch'ufatiifi simpirrefi waan lafa ira loha ka bisaani keesa gala ch'ufa illenjisani, ammalle qarayu la lenjisani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite