Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yakobo 2:9 - KITAABA WAAQA

9 Ammo yo nama gargari filtani, la daba tolchitani, Seera gula wollaala isaniti murani.

Gade chapit la Kopi




Yakobo 2:9
13 Referans Kwoze  

Hojja dubbi qortani d'uga gula qora; dureesa insodaatina hiyyeesale ira inch'isina.


Worri d'ageennaani namu toko tokooni kae yae, qara jaaroleeni yaate, kaimilleeni gula yae. Yesoni koba hafe ka niitileeni achuma ejitu.


Nami daba tolchu ch'ufti yayu seera Waaqa ch'abse, wonti akanatiifi daba tolchitini seera ch'absiiti.


Nami tokoleeni maro waan Seeri fed'u tolchuufi Waaqa ira d'uga inargatu: Seeri aka nami daba tolchu ch'alla nama agarsiisa.


Inni gaafa d'ufu, aka dabi jiruufi aka d'ugaani jirtuufi aka Waaqi wollaala namaati muru nama garsiise hubachiisa.


Isani kana keesa eennuti anaa daba tolchu taka arge? Yo ani d'uga dubbad'e, isani maafi na ind'ugefanne?


aka nama ch'ufa qoru, aka nama Waaqa imbeenne ch'ufa wollaala iti muru, maro huji hamtu worri tolcheefi, ammalle maro dubbi hamtu worri Waaqaani jed'eefi!


Seera gula anini ya due Seerati na ijeese aka anini Waaqaa jiraad'u. Ya Kristo woliini mukha irati na fannisani,


Ammo yo nami ch'ufti dubbi Waaqa hasae, nami diida ka ind'ugefatiini, yo olseene, maro dubbi teesanitiifi aka daba qabu ufi arge ufi qora.


Nama tokole ira inch'iisina dubbi murtani keesa ato inni nama fed'e taatele, waan inni tahe gula wollaala iti mura. Nama tokole insodaatini, wonti akanatiifi wonti isani murtani Waaqa iraa d'ufti. Yo dubbini isani d'ibde natiini koota, nati mura.


Jennaani Petroni waan jed'e, D'uguma anini ya hubad'e aka Waaqi nama tokole wolindabarsine ch'ufa qit'e takati heregu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite