Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yakobo 2:3 - KITAABA WAAQA

3 duuba isani namicha woya dansa qabu kaani hurriftani fuula ke d'uftani waan jettaniini, Barch'uma dansa kana ira tai, ammo hiyyeesa kaaniini, Achi eji, yokhaani fulla barch'uma kiyya kana d'aatu lafa tai jettaniini,

Gade chapit la Kopi




Yakobo 2:3
8 Referans Kwoze  

Isani eeba Aabbo keenna Yeso Kristo imbeetani: inni dureesa, ammo maro teesaniifi ufi hiyyoomse, aka hiyyuma ufitiini isani duroomsu.


Ammo isani hiyyeeyi intufattani! Eentu isani gaargalche fulla qorsuma isani geesa, dureeyi male?


Worri kunini hojja ch'ufa gungumeti woli himata, fed'i garaa hamtu gula yaa. Worri waan fed'u argatu ufi guddise nama soba.


Duuba worri waan nama d'ibiini jed'u, Nuti ind'iaatiina, nuraa fagaad'a, nu intuqina, nu nama qulqullo! Worri seeruma hafuura ani baafad'u, woma keesa injiru dallansuuni anini worrati dallanu ibida haguma jiru ind'aamne fakaati.


Hiyyeesi yo namaani dubbatu laanuma dubbata, ammo dureesa namaani lola.


Herodefi askartiini isaa Yeso tuffatani goyeesani, woya dansa iti uyisani Pilatoti deebisani.


Yo sila nami dureesi, ka qube worqitiifi woya dadansa qabuufi hiyyeesi woya ch'ich'ite qabu, woldeenna woliini olduudani,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite