Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yakobo 2:20 - KITAABA WAAQA

20 Isii, ati daalle? Aka d'ugefachaani, huji dansa tolchani male, woma imbaanne barachu feeta?

Gade chapit la Kopi




Yakobo 2:20
16 Referans Kwoze  

Akuma nafi lubbu inqamne duu, akasuma d'ugefachaani huji inqamneleeni dooti.


D'ugefachaani akasi, yo isiini koba jiraate, ka hujiini dansaani bira injirre, la doote.


Nami oobru qotatu sagale ind'abu, ammo nami waan woma keesa injirre gula deemu woma imbaratu.


Worri Waaqa imbeekha, ammo ulfinna isaa male kennuufi didani, yokhaani galatale isa indeebisani. Ammo heregi worra ya daallae, mataani worra ka qalbi inqamne ya dukanae.


Yo nami woma intahiini wo ufi sehe, inni ufi daalleesu jira.


Nami nama aada guutu ufi sehu eennu? Yo inni araba ufi intissine, inni ufi sobe, aadaani isaa woma imbaatu.


Wonti akanatiifi nama hedduti jira, ka dubbi ch'aqasu dide dubbi d'aratiini nama sobu, keesuma worri aada Yahudi iti galefaani.


Nami gari ya waan kana lakise, hasaa daalluma gula bade.


Eegad'a, aka nami tokoleeni qalbi nama ta woma imbaaneeni isani insomne. Qalbiini suni waan nami wolbarsiisufi waan herega lafaa iraa d'ufti, Kristo ira ind'uftu.


AABBO Waaqi waan jed'u, Ababooti teesani wollaala maani narati garteefi naraa fagaate waan woma intahini gula yaate ufile akasuma taate?


Wonti akanatiifi yo nu Kristo Yeso keesa jiraanne, qabanqaba qabachafi qabachu baannaanile haga tokotu; wonti jabduuni d'ugefacha ta jaalalaani hojattu.


Nu ya agarre aka nami d'ugefacha ch'allaani d'uga Waaqa iraa argatu, Seera guutitiini woma keesa injirtu.


Ammo, atini eennu kana, ka Waaqaani akana jettu? Eeleeni faara nama isi d'aeeni, Maafi akana na d'oofta injetti?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite